Bitootessa 9/2018(ENA) : Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Ayyaana Iid-Alfaxir Sababeeffachuun Lammiilee kuma 1 ol ta’aniif deeggarsa taasisuu Kantiibaa Adaanech Abeebee dubbatan. Lammiilee Magaalicha ...